Muuxannoon Ashaara Magariisaa Itoophiyaa biyyoota ollaa kakaasaa jira

You are currently viewing Muuxannoon Ashaara Magariisaa Itoophiyaa biyyoota ollaa kakaasaa jira

AMN PLUS – Fulbaana 30/2018

Keeniyaan haga bara 2032tti biqiltuu biiliyoona 15 dhaabuuf sosochii biyyaalessaa eegaluu Pirezidaantiin biyyattii Wiiliyaam Ruutoon himan.

Galma qabame kana milkeessuuf mootummaan guutummaa biyyattiitti biqiltuu akka qopheessu Mr. Ruutoon himaniiru.

Biqiltoonni kunneen nyaataaf kan oolan, wabii nyaataafi alergii kuduraafi muduraa kan utuban ta’uus ibsaniiru.

Barattoota olmaa daa’immaniirraa kaasee lammiin hundi akka hirmaatus miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply