AMN PLUS- Onkololeessa 02/2018
Irreechi Malkaa Ateetee Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Gafarsaa Gujeetti irreeffatameera.
Irreechi Malkaa Ateetee torbee Irreecha Hora Finfinneefi Hora Harsadeetti kan kabajamuudha.
Irreechi Malkaa Ateetee Abbaa Malkaan erga saaqamee eebbaa Abbootii Gadaan sirni irreeeffannaa gaggeeffameera.
Guddataa Ajjamaatu gabaase