Ayyaana jibbiinsi itti lagatamuufi jaalalli itti lallabamu – Fichee Cambalaalaa

AMN PLUS - Bitootessa 20/2018 Ayyaanni Jijjiirraa bara haaraa saba Sidaamaa Fichee Cambalaalaa mana saboota, sablammootaafi uummattoota Itoophiyaa kan taate Finfinneetti sirnoota garaagaraan kabajameera. Keessummoota kabaja sirnichaaf gara magaalattii dhufan…

Continue ReadingAyyaana jibbiinsi itti lagatamuufi jaalalli itti lallabamu – Fichee Cambalaalaa

Ayyaanni Iid Al Faxirii Jimaata (Jum’aa) Irra Ooluun Barakaa Addaa Qabaachuu Imaamni Masjiida Guddicha Anwaar Hajji Xahaa Haaruun Ibsan

AMN PLUS - Bitootessa 11/2018 Ayyaanni Iid Al Faxirii waggaan 1447ffaan guyyaa Jimaataa (Jum’aa) irra ooluun barakaa addaa qabaachuu agarsiisa jedhan Imaamni Masjiida Guddicha Anwaar Hajji Xahaa Haaruun. Ayyaanni Iid…

Continue ReadingAyyaanni Iid Al Faxirii Jimaata (Jum’aa) Irra Ooluun Barakaa Addaa Qabaachuu Imaamni Masjiida Guddicha Anwaar Hajji Xahaa Haaruun Ibsan

Obbo Tamasgeen Xurunaan Ayyaana Iid Al-faxir 1447ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan

‎AMN PLUS- Bitootessa 10/2018 ‎Ministirri Muummee Itti Aanaa FDRI Obbo Tamasgeen Xurunaa "Baga Ayyaana Iid Al-Faxir Geessan" jechuun hordoftoota amantaa Islaamaa hundumaaf ergaa dabarsaniiru. ‎Obbo Tamasgeen ergaa isaaniin, Ayyaanni Iid…

Continue ReadingObbo Tamasgeen Xurunaan Ayyaana Iid Al-faxir 1447ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan

Humni Waloo Nageenyaa Ayyaanni Iid Al-Faxir 1447ffaa milkiin akka xumuramuuf qophii barbaachisu taasisuu ibse

AMN PLUS- Bitootessa 09/2018 Humni Waloo Nageenyaa Ayyaanni Iid Al-Faxir 1447ffaa, Istaadiyemii Finfinneefi Masgiidota magaalaa Finfinneetti argamanitti bifa duudhaa amantichaa eeggateen akka kabajamuuf qophii barbaachisu taasisuun hojiitti seenuu beeksiseera. Waltajjii…

Continue ReadingHumni Waloo Nageenyaa Ayyaanni Iid Al-Faxir 1447ffaa milkiin akka xumuramuuf qophii barbaachisu taasisuu ibse

Ayyaanni Iid Al-Faxir 1447ffaan harka qalleeyyii yaadachuun kabajamuu akka qabu Manni Maree Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Magaalaa Finfinnee ibse

AMN PLUS - Bitootessa 09/2018 Manni Maree Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Magaalaa Finfinnee Ayyaanni Iid Al-Faxir 1447ffaan wayita kabajamu harka qalleeyyii yaadachuun kabajamuu akka qabu beeksiseera. Manni Marichaa Ayyaana Iid Al-Faxir…

Continue ReadingAyyaanni Iid Al-Faxir 1447ffaan harka qalleeyyii yaadachuun kabajamuu akka qabu Manni Maree Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Magaalaa Finfinnee ibse

Ayyaanni Iid Al-Faxrii 1447ffaa akka milkaa’inaan kabajamuuf mariin adeemsifame

‎AMN PLUS- Bitootessa 8/2018 ‎Ayyaanni Iid Al-Faxrii 1447ffaa akka milkaa’inaan kabajamuuf hoggantoota Majiliisaafi Qindeessitoota waliin mariin adeemsifame. ‎Ajajaan Olaanaa Poolisii Magaalaa Finfinnee, Leetenaal Jeneraal Asraat Denneeroo, ayyaanni Iid Al-Faxrii bara…

Continue ReadingAyyaanni Iid Al-Faxrii 1447ffaa akka milkaa’inaan kabajamuuf mariin adeemsifame

Ayyaanni Cuuphaa milkaa’inaan xumurameera- Poolisii Federaalaa

AMN PLUS- Amajjii 11/2018 Kabajni Ayyaanni Cuuphaa bara 2018, Finfinnee dabalatee kutaalee biyyattii hundumatti milkaa'inaan xumuramuu Poolisiin Federaalaa beeksise. Poolisii Federaalaa, qaamolee nageenyaa biroo waliin qindaa'uun, eegumsa teekinooloojiin deeggarame taasisaa…

Continue ReadingAyyaanni Cuuphaa milkaa’inaan xumurameera- Poolisii Federaalaa

“Kaayyoo Cuuphaa hubannee guyyaa guyyaan ittiin jiraachuu qabna” Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS - Amajjii 11/2018 Sirni kabaja Ayyaana Cuuphaa hawwata tuurizimii magaalaa keenyaa ta’ee itti fufa jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen. Ayyaanni Cuuphaa magaalaa Finfinnee Hurufa Boombiitti karaa…

Continue Reading“Kaayyoo Cuuphaa hubannee guyyaa guyyaan ittiin jiraachuu qabna” Kantiibaa Adaanech Abeebee

Itoophiyaa jabduu ijaaruuf tokkummaa keenya cimsuu qabna- Pirezdaanti Taayyee Atsiqasillaasee

AMN PLUS- Amajjii 11/2018 Itoophiyaa jabduu ijaaruuf tokkummaa keenya cimsuu qabna jedhan Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen. Ayyaanni Cuuphaa magaalaa Gondar galaana Cuuphaa Faasilidasitti haala ho’aa ta’een kabajamaa jira. Sirna kabaja…

Continue ReadingItoophiyaa jabduu ijaaruuf tokkummaa keenya cimsuu qabna- Pirezdaanti Taayyee Atsiqasillaasee

Kantiibaa Adaanech Abeebeen Ayyaana Cuuphaa Sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan

AMN PLUS - Amajjii 10/2018 Guutummaan Ergaa Kantiibaa Adaanech Abeebee Akka Itti aanutti Dhiyaateera ================== Baga ayyaana cuuphaa gooftaa Iyyasuus Kiristoosiin isin gahe nu gahe! Kisristaanota biratti Cuuphaan, mul'istuu ifatti…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen Ayyaana Cuuphaa Sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan