AMN PLUS, Guraandhala 11, 2017
Jilli Af-Yaa’ii Mana Maree Federeeshinii Mootummaa Federaalawa Raashiyaa Vaalentiinaa Matviyeenkoon durfamu Finfinnee dhufe.
Jilichi Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee yeroo gahu Af-yaa’ii Mana Maree Federeeshinii Aganyaw Tashaagar, Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoofi hoggantoota Koree Dhaabbii Mana Maree Federeeshiniin simatamaniiru.