1. Halluun Magariisaa: – mallattoo hojii, kalaqaa fi guddinaati.
2. Halluun keelloo: – mallattoo abdii, haqaa fi walqixxummaati.
3. Halluun diimaan: – mallattoo wareegama fi gootummaa bilisummaati
Hiikni asxaa giddu alaabaa jiru
1. Geengoo: Sararri halluu cuqquliisa qabu nagaa bakka bu’a.
2. Sarara qajeelaa fi wal qixa:- Walqixxummaa saboota, sablammoota, fi ummatoota, akkasumas walqixxummaa amantii bakka bu’u.
4. Raayyaan keelloo:- Abdii ifaa sabaa fi sab-lammoota tokkummaa tola ooltummaatiin hundeeffamaniif ibse argisiisa.
Guyyaan Alaabaa 18ffaan qophiilee adda addaan guutuu biyyattiitti har’a kabajama.
Guyyaan kun mata duree “Alaabaan keenya tokkummaa saboota, abbaa biyyummaa, fi Haaromsa Itoophiyaaf” yaadaa jedhuun kabajama.