AMN- Mudde 3/2017
Ameerikaan waliigaltee Itoophiyaa fi Somaaliyaan taasisan kan deeggartu ta’uu ibsite.
Waliigaltee biyyoonni lamaan guyyaa kaleessaa fayyadamummaa waloo isaanii mirkaneessuuf taasisan kan deeggartu ta’uu himteerti.
Waliigalticha milkeessuuf qooda olaanaa kan bahe Mootummaa Turkii galateeffatteerti.