Atileet Salamoon Baaraggaa dorgommii kiilloo meetira 10 dhiiraa Maanchastar mo’ateera.
Atileet Salamoon Baaraggaa daqiiqaa 27 sakondii 49n xumuruun tokkoffaa baheera.
Atileet Mosinnat Garramawu daqiiqaa 28 sakondii 21n galuun afraffaa bahee xumuruusaa odeeffannoon federeeshinii Atileetiksii ni mul’isa.