Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee muudama haaraa 4 kenne

You are currently viewing Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee muudama haaraa 4 kenne

Haaluma Kanaan

(1) Obbo Haftaayi G/Igzaabiher- Hogganaa Biiroo Kominikeeshinii Finfinnee

(2) Obbo Mulunee Daassaalany- Hoji Gaggeessaa Dhaabbata Tajaajila Qalma Horii Finfinnee

(3) Obbo Waalalliny Dassaalany – Itti aanaa Hogganaa Abbaa Taayitaa Bulchiinsa Misooma Koriidarii fi Qarqara Laggeenii

(4) Aadde Nestihoo Abdii Koyireen- I/G Waajjira Abbaa Taayitaa Bulchiinsa Misooma Koriidarii fi Qarqara Laggeenii ta’uun muudamaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply