Ulaa Galaanaa dhabuun Itoophiyaa, diinagdee, siyaasaafi dippiloomaasii addunyaa fageenyatti akka ilaaltu taasise”- Ogeesssa Seeraa Adoolaa Culuqqee
AMN PLUS- Sadaasa 24/2018 Mootummaan Itoophiyaa ulaa galaanaa dabaan kenname deebiftee akka argattuuf xiyyeeffannoo addaa kennee hojjetaa jiraachuu Ogeesssi Seeraa Adoolaa culuqqee turtii AMN waliin taasisaniin himan. "Itoophiyaan karra galaanaa…