Namni dhuunfaa shiboo elektirikaa misooma koriidariif diriirfame hate harkaa harkatti qabame

AMN PLUS - Caamsaa 28/2018 Namni dhuunfaa Barakat Araggaa jedhamu gocha hannaa shiboo elektirikaa misooma koriidariif dirrirfame kan hate Kutaa Magaalaa Gullallee Aanaa 01 bakka addaa naannawaa Gusquwaam Qiddisti Maariyaam…

Continue ReadingNamni dhuunfaa shiboo elektirikaa misooma koriidariif diriirfame hate harkaa harkatti qabame

Tarii isin mudatee, hiriyyaa keessanirra gahee ykn osoo namootni dhimmicha kaasanii dhaggeessanii beektuu laata? Akka hubattaniif, Ofis eeggattaniif AMN Dijitaala odeeffannicha gaditti isiniif qoodeera

AMN PLUS - Caamsaa 21/2018 Shakkamtootni uffata namaatti dhangala'aa naquun waan qulqulleessaniif fakkaachuun saaman to’atamuu Poolisiin Finfinnee ibseera. Shakkamtootni kunneen Naatnaa’el Heenokiifi Birhaan Tasfaayee kan jedhaman yoo ta’an Caamsaa 19/2018…

Continue ReadingTarii isin mudatee, hiriyyaa keessanirra gahee ykn osoo namootni dhimmicha kaasanii dhaggeessanii beektuu laata? Akka hubattaniif, Ofis eeggattaniif AMN Dijitaala odeeffannicha gaditti isiniif qoodeera

Finfinneefi Shaggar nageenya eegsisuuf akka qaama tokkootti socho’u – Aadde Liidiyaa Girmaa

AMN PLUS - Caamsaa 11/2018 Finfinneefi Shaggar nageenya eegsisuuf akka qaama tokkootti socho’u jedhan Hoggantuun Biiroo Bulchiinsa Nageenyaafi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee Aadde Liidiyaa Girmaa. Aadde Liidiyaan kana kan jedhan gamaaggama…

Continue ReadingFinfinneefi Shaggar nageenya eegsisuuf akka qaama tokkootti socho’u – Aadde Liidiyaa Girmaa

Itti Gaafatamaan Buufata Boba’aa maallaqa fudhachuun dabaree malee boba’aa waraabsisaa ture waahillan isaa waliin to’atame

AMN PLUS - Ebla 21/2018 Itti Gaafatamaan Buufata Boba’aa maallaqa fudhachuun dabaree malee boba’aa waraabsisaa ture waahillan isaa sadii waliin to’annoo seeraa jala ooluu Poolisiin Finfinnee beeksise. Gochichi Magaalaa Finfinnee…

Continue ReadingItti Gaafatamaan Buufata Boba’aa maallaqa fudhachuun dabaree malee boba’aa waraabsisaa ture waahillan isaa waliin to’atame

Dur Finfinnee keessaa gochootni hannaa hedduminaan eessatti akka raawwataman beektuu? Har’a garuu fala argachuu dhageenye!

AMN PLUS - Bitootessa 20/2018 Carraalee hedduu misoomni koriidarii Finfinneef fidee dhufe keessaa tokko tajaajila teerminaalota geejjibaa bakkeewwan garaagaraatti ijaaramuun tajaajila kennaa jiranidha. Teerminaalotni geejjibaa magaalatti bakkeewwan garaagaraatti sadarkaa isaanii…

Continue ReadingDur Finfinnee keessaa gochootni hannaa hedduminaan eessatti akka raawwataman beektuu? Har’a garuu fala argachuu dhageenye!

Finfinneetti ibsa daandii cinaa fooyyessuufi kaameraa nageenyaa dhaabuun yakka raawwatamaa ture hir’isuun ibsame

AMN PLUS - Bitootessa 20/2018 Finfinneetti ibsaan daandii cinaa fooyyeffamuun tajaajila akka kennu taasifamuufi kaameraa nageenyaa bifa qindaa'aan bakka garaagaraa dhaabuun yakkoota duraan magaalattiitti raawwatamaa turan haalaan hir'isuu danda'uu humni…

Continue ReadingFinfinneetti ibsa daandii cinaa fooyyessuufi kaameraa nageenyaa dhaabuun yakka raawwatamaa ture hir’isuun ibsame

Finfinneetti namootni 35 boba’aa seeraan alaa daddabarsuun shakkaman to’atamuun ibsame

AMN PLUS - Bitootessa 16/2018 Biiroon Bulchiinsa Nageenyaafi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee sirna boba’aa seeraan qusatan fayyadamuu irratti guyyoota 15 darban hordoffii taasiseen boba’aan seeraan ala daddabarfamaa ture Liitirri Kuma 58…

Continue ReadingFinfinneetti namootni 35 boba’aa seeraan alaa daddabarsuun shakkaman to’atamuun ibsame

Finfinneetti qaamolee oomishaalee bu’uuraa gatii madaalawaa hin taaneen gurguran irratti tarkaanfiin fudhatamaa jira

AMN PLUS - Bitootessa 16/2018 Biiroon Bulchiinsa Nageenyaafi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee qaamolee oomishaalee bu'uuraa boba'aa, zayita nyaataafi kanneen biroo irratti daballii gatii hin malle taasisan irratti tarkaanfii fudhatamaa jiraachuu ibseera.…

Continue ReadingFinfinneetti qaamolee oomishaalee bu’uuraa gatii madaalawaa hin taaneen gurguran irratti tarkaanfiin fudhatamaa jira

Leenjiin Gahumsaa Hojjettootaaf Kennamu Yakkoota Raawwatamu Malan Dursan Ittisuu Keessatti Gahee Qabaachuun Ibsame

AMN PLUS - Bitootessa 16/2018 Abbaan Taayitaa Kabachiisa Danbii Magaalaa Finfinnee dandeettiin yakkoota raawwatamuu malan dursan ittisuu hojjettoota isaa dabalaa jiraachuu ibseera. Hooggantootni mana hojii Abbaa Taayitaa Kabachiisa Danbii magaalaa…

Continue ReadingLeenjiin Gahumsaa Hojjettootaaf Kennamu Yakkoota Raawwatamu Malan Dursan Ittisuu Keessatti Gahee Qabaachuun Ibsame

Namootni 600 Caalan Karaa Seeraan Alaa Boba’aa Daddabarsan To’atamuu Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawwaa Ibse

AMN PLUS - Bitootessa 12/2018 Yakkoota dhiyeessii boba’aa irratti raawwataman irratti tarkaanfiin fudhatamu cimee akka itti fufu Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawwaa beeksise. Al-seerummaa adeemsa raabsaafi gabaa boba’aa keessatti mul’atan…

Continue ReadingNamootni 600 Caalan Karaa Seeraan Alaa Boba’aa Daddabarsan To’atamuu Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawwaa Ibse