Namoonni Tiiktookii fayyadamuun walitti bu’iinsa kakaasuuf yaalan 5 to’annoo jala oolan

‎AMN PLUS - Hagayya 06/2017 ‎Miidiyaa hawaasummaa fayyadamuun qaamolee nageenyaa Magaalaa Finfinnee booressuuf yaalaniif obsa akka hin qabne Qajeelchi Waliigalaa Poolisii Finfinnee beeksisee jira. ‎Nageenya uummataa kabachiisuuf hojii qindoominaa hojjetameen…

Continue ReadingNamoonni Tiiktookii fayyadamuun walitti bu’iinsa kakaasuuf yaalan 5 to’annoo jala oolan

Obbo Awwaluu Abdiin lammiilee sababa guutiinsa Laga Awaashiin miidhaman jajjabeessan

AMN PLUS- Hagayya 05/ 2017 Deeggarsi Lammiilee sababa guutiinsa Laga Awaashiin godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaalee garaagaraarraa buqqa’aniif taasifamu karaa Buusaa Gonofaa Oromiyaa qofa akka ta'u Pireezidaantii itti aanaan Mootummaa…

Continue ReadingObbo Awwaluu Abdiin lammiilee sababa guutiinsa Laga Awaashiin miidhaman jajjabeessan

Bittaan Birrii Biiliyoona 308 sirna bittaa elektrooniksiin raawwatameera- Masarat Masqalee

‎ ‎AMN PLUS - Hagayya 05/2017 ‎Abbaan Taayitaa Bittaa Qabeenyaa Mootummaa Federaalaa bara baajataa 2017 darbetti Birrii Biiliyoona 308 ol tahuun sirni bittaa elektrooniksiin akka raawwate beeksise. ‎Daayirektarri Ol-aanaan Abbaan…

Continue ReadingBittaan Birrii Biiliyoona 308 sirna bittaa elektrooniksiin raawwatameera- Masarat Masqalee

Ajajaan Bahaa birmadummaa biyyaa kabachiisuu fi nageenya cimsuu itti fufa- Leetinaal Jeneraal Mahaammad Tasammaa

‎AMN PLUS - Hagayya 05/2017 Raayyaa Ittisa Biyyaatti ‎Ajajni Bahaa birmadummaa biyyaa eegsisuuf hojii nageenya cimsuu itti fufeera jechuun Ajajaan Izzichaa Leetinaal Jeneraal Mahaammad Tasammaa ibsaniiru. ‎Ajajaan Bahaa hundeeffama isaa…

Continue ReadingAjajaan Bahaa birmadummaa biyyaa kabachiisuu fi nageenya cimsuu itti fufa- Leetinaal Jeneraal Mahaammad Tasammaa

Waltajjiin hoggansa dubartootaa Finfinneetti adeemsifamaa jira

AMN PLUS- Hagayya 04, 2017 Waltajjiin bu’aa jijjiiramaa kan ta’e hoggansa dubartootaa Golahambaa Saayinsiitti adeemsifamaa jira. Waltajjichi qopheessummaa Ministeera Dhimma Dubartootaafi Hawaasummaan, mata duree “Dubartoonni Itoophiyaa Eessaa Garamitti” jedhuun adeemsifamaa…

Continue ReadingWaltajjiin hoggansa dubartootaa Finfinneetti adeemsifamaa jira

Shakkamtoota yakka sharafa seeraan alaa irratti bobba’an herregni baankiisaanii dhorkame

AMN PLUS- Hagayya 02/2017 Shakkamtootni 138 karaa seeraan alaan yakka sharafa maallaqa biyyoota alaa irratti bobba'uun shakkaman herregni baankiisaanii dhorkamuu Tajaajilli Nageenya Faayinaansii beeksise. Tajaajilichi ibsa AMN'f ergeen sirna baankii…

Continue ReadingShakkamtoota yakka sharafa seeraan alaa irratti bobba’an herregni baankiisaanii dhorkame

AMN dhaggeeffatootaafi hordoftoota isaa hirmaannaa ho’aa taasisaa turaniif beekamtii kenne

‎AMN PLUS- Hagayya 1/2017 ‎AMN waltajjii gabaasa raawwii bara 2017fi karoora bara 2018 irratti dhaggeeffattoota, daawwattootaafi hordoftoota karaa raadiyoofi televiziyoonaan hirmaannaa ho'aa taasisaa turaniif beekamtiifi badhaasa kenne. ‎Badhaasnii kunis hordoftoota…

Continue ReadingAMN dhaggeeffatootaafi hordoftoota isaa hirmaannaa ho’aa taasisaa turaniif beekamtii kenne

Shakkamtoonni 3 carraa lotoorii argannee jechuun dubartii dhuunfarraa kuma 50 fudhachuuf gowwoomsuu yaalan to’ataman

AMN PLUS- Hagayya 1/2017 Shakkamtoonni 3 carraa lotoorii argannee jechuun dubartii dhuunfarraa kuma 50 fudhachuuf gowwoomsaa turan harkaafi harkatti qabamuun qoratamaa jiraachuu Qajeelchi Pooliisii Kutaa Magaalaa Eekkaa beeksisan. Shakkamtoonni kunneen…

Continue ReadingShakkamtoonni 3 carraa lotoorii argannee jechuun dubartii dhuunfarraa kuma 50 fudhachuuf gowwoomsuu yaalan to’ataman

‎Komishiniin Marii Biyyaalessaa haal-dureen marii yeroo jalqabaaf Naannoo Tigraayitti taasise kan milkaa’e ta’uu beeksise.

‎AMN PLUS- Hagayya 2/2017 ‎Komishinin Marii Biyyaalessaa haal-dureen marii yeroo jalqabaaf Naannoo Tigraayitti qaamoota dhimmi ilaallatu waliin taasise kan milkaa’e ta’uu beeksisee jira. ‎Dubbi-himaan Komishinichaa Obbo Xibabuu Taaddasaa Bulchinsa Yeroo…

Continue Reading‎Komishiniin Marii Biyyaalessaa haal-dureen marii yeroo jalqabaaf Naannoo Tigraayitti taasise kan milkaa’e ta’uu beeksise.

Shakkamtoonni qaamolee Kabachiisa Dambii irratti yakka reebichaa raawwachuun shakkaman to’annoo jala oolan

‎AMN PLUS- Adoolessa 29 /2017 ‎Hojjettonni Abbaa Taayitaa Kabachiisa Dambii Finfinnee hojiirra jiran yakka reebichaa raawwataniiru jedhamuun qaamolee shakkaman to'annoo jala oolchuun poolisiin qorannoo adeemsisaa akka jiru Qajeelchi Olaanaa Poolisii…

Continue ReadingShakkamtoonni qaamolee Kabachiisa Dambii irratti yakka reebichaa raawwachuun shakkaman to’annoo jala oolan