Kantiibaa Adaanech Abeebeen, Artiist Dabbabaa Isheetuu lubbuun darbuusaaniin gadda itti dhagahame ibsan
AMN PLUS - Hagayya 11/2017 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen, ogeessi guddina ogummaa Tiyaatiraa Itoophiyaa keessatti shoora olaanaa taphatan Artiist Dabbabaa Isheetuun lubbuun darbuutti gaddi itti dhagahamuu ibsan. Maatiifi…