Magaalota Oromiyaa keessatti ijaarsi kilaasteroota beelladaa xiyyeeffannoo addaan gaggeeffama jira
AMN- Amajjii 8/2017 Magaalota Oromiyaa keessatti ijaarsi kilaasteroota beelladaa xiyyeeffannoo addaan gaggeeffama jiraachuu Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa beeksise. Ijaarsi kilaastera misooma beelladaa wabii nyaataa mirkaneessuuf kaayyeffatee hojjetamaa jiruun cinatti carraa hojii…