Akka biyyaatti damee bu’uraalee misoomaan guddinni olaanaan galmaa’eera – Pir. Taayyee Atsiqasillaasee
AMN- Sadaasa 17/2017 Sagantaa babal’ina bu’uraalee Misoomaa Afrikaan Itiyoophiyaan damichaan guddina olaanaa galmeessuu Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen ibsaniiru. Waltajjiin marii sagantaa babal’ina bu’uraalee misoomaa Afrikaa bakka Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaasee,…