Jilli Bulchaa Kutaa Bulchiinsa Jiyaansuu Shuu Kuliin durfamu Finfinnee dhufe

AMN- Sadaasa 05/2017 Jilli Chaayinaatti Bulchaa Kutaa Bulchiinsa Jiyaansuu Shuu Kuliin durfamu daawwannaa hojiif Finfinnee dhufe. Jilichi waayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee gahu Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar…

Continue ReadingJilli Bulchaa Kutaa Bulchiinsa Jiyaansuu Shuu Kuliin durfamu Finfinnee dhufe

Hidhi haaromsaa sa’aatii tokko keessatti anniisa Giigaa Waatii kuma 6fi 456 maddisiiseera.

AMN- Sadaasa 04/ 2017 Hidhi Haaromsaa Guddichi Itoophiyaa, bara 2017 kanatti baatiiwwan sadan darbanitti sa’aatii tokko keessatti anniisa Giigaa Waatii kuma 6 fi 456 maddisiisuu Ministeerri Karooraafi Misoomaa beeksiseera. Ministeera…

Continue ReadingHidhi haaromsaa sa’aatii tokko keessatti anniisa Giigaa Waatii kuma 6fi 456 maddisiiseera.

Sochii Itoophiyaan Jijjiirama Qilleensaa ittisuuf taasistu hawaasni idil-addunyaa deeggarsa taasisuu qaba- Pirezidaant Taayyee Atsiqasillaasee

AMN- Onkoloolessa 04/2017 Jijjiirama qabeenya qilleensaa ittisuu fi to’achuuf pirojeektiwwan Itiyoophiyaan hojjechaa jirtuf hawaasni idil Addunyaa deeggarsa taasisuu akka qabu Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen ibsan. Pireezidaanti Taayyeen Yaa’ii Jijjiirama Qabeenya…

Continue ReadingSochii Itoophiyaan Jijjiirama Qilleensaa ittisuuf taasistu hawaasni idil-addunyaa deeggarsa taasisuu qaba- Pirezidaant Taayyee Atsiqasillaasee

Agarsiisni hojii ashaaraa magariisaa fi eegumsa naannoo Itoophiyaa biyya Azarbaajaan magaalaa Baakuutti baname

AMN - Sadaasa 3/2017 Konfiraansii Jijjiirama Qilleensaa (COP29) biyya Azarbaajaan magaalaa Baakuutti adeemsifamaa jiru irratti paaviliyoonni hojii ashaaraa magariisa fi eegumsa naannoo Itoophiyaa agarsiisu Pireezidaanti Taayyee Atsiksilaaseen eebbifamee banameera. Konfiraansii…

Continue ReadingAgarsiisni hojii ashaaraa magariisaa fi eegumsa naannoo Itoophiyaa biyya Azarbaajaan magaalaa Baakuutti baname

Carraa Gabaa hojii idil-addunyaa jirutti fayyadamuuf ciminnaan ni hojjetama – Ministeerri Hojii fi Ogummaa

AMN – Sadaasa 3/2017 Carraa hojii biyya keessaa babal’isuu fi ammayyeessuu dabalataan carraa gabaa hojii idil-addunyaa keessatti argamu guutummaatti fayyadamuu irratti xiyyeeffannaan akka hojjetu Ministeerri Hojii fi Ogummaa ibseera. Kun…

Continue ReadingCarraa Gabaa hojii idil-addunyaa jirutti fayyadamuuf ciminnaan ni hojjetama – Ministeerri Hojii fi Ogummaa

Gandi Benunaa turizimii fi misooma qonnaa walitti kan qabate fi turistootaaf bakka hawwataadha – Ambaasaaddar Soofi Froomi Emesbarg

AMN – Sadaasa 2/2017 Gandi Benunaa turizimii fi misooma qonnaa walitti kan qabate fi turistootaaf bakka hawwataadha akka ta’e Gamtaa Awurooppatti Ambaasaaddar Soofi Froomi Emesbarg himan. Gandi Benuna qarqara Haroo…

Continue ReadingGandi Benunaa turizimii fi misooma qonnaa walitti kan qabate fi turistootaaf bakka hawwataadha – Ambaasaaddar Soofi Froomi Emesbarg

Miseensonni ABO Shanee daandii Nagaa filatan karaa nagaan harka kennachaa jiru

AMN – Sadaasa 2/2017 Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Warra Jaarsotti miseensonni ABO Shanee gochaa badii hawaasa irratti raawwachaa turanitti gaabbun meeshaa waraanaa guutuu waliin harka kennataa jiraachuun ibsame. Miseensonni garichaa…

Continue ReadingMiseensonni ABO Shanee daandii Nagaa filatan karaa nagaan harka kennachaa jiru

Seenaa Itoophiyaa keessatti yeroo jalqabaaf oomishni kuduraa Dooniin gabaa Awurooppaaf dhiyaatan

AMN- Sadaasa 2/2017 Itoophiyaan yeroo jalqabaaf oomishalee kuduraa Dooniidhaan fe’uun gabaa Awurooppaaf dhiyeessuu eegalamuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Dhaabbanni Itiyoo Veej Firuu oomishaalee “Sugar Snap” fi “Mangetout” jedhamaan Dooniin geejjibsiisuun Gara…

Continue ReadingSeenaa Itoophiyaa keessatti yeroo jalqabaaf oomishni kuduraa Dooniin gabaa Awurooppaaf dhiyaatan

Bara Oomishaa 2017/18tiif Xaa’oo Biyya Alaatii Galchuun Jalqabameera – Korporeeshinii Hojii Qonnaa Itoophiyaa

AMN - Onkololeessa 29/2017 Bara oomishaa 2017/18tti xaa’oo biyyee kuntaala miiliyoona 23 alaa bitame keessaa xaa’oo yuuriyaa kuntaala kuma 472 fi 500 kan fe’atte Dooniin Itoophiyaa jalqabaa ‘MV Abbaayi 2’…

Continue ReadingBara Oomishaa 2017/18tiif Xaa’oo Biyya Alaatii Galchuun Jalqabameera – Korporeeshinii Hojii Qonnaa Itoophiyaa