Komiishiniin Tuurizimii magaalaa Finfinnee damichaan carraa hojii uumuufi madda galii guddisuuf akka hojjetu beeksise

AMN PLUS-Adoolessa 17/2017 Komiishiniin Tuurizimii magaalaa Finfinnee fuula duraaf, karoora magaalaa waliin bifa walsimuun damichaan carraa hojii uumuu, madda galii guddisuufi magaalaa Finfinnee dorgomtuu taasisuuf akka hojjetu Komishinarri Komiishinii Tuurizimii…

Continue ReadingKomiishiniin Tuurizimii magaalaa Finfinnee damichaan carraa hojii uumuufi madda galii guddisuuf akka hojjetu beeksise

Dubartoonni Miseensa Caffee Godambaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwatan

AMN PLUS Adoolessa 14/2017 Dubartoonni Miseensa Caffee magaalota, godinaaleefi aanaalee Oromiyaa garagaraarraa dhufan 230 oli Godambaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwataniiru. Dubartoonni daawwannicharratti argamanis kennaawwan garagaraa Godambaa Yaadannoo Injifannoo Adwaaf gumaachaniiru.…

Continue ReadingDubartoonni Miseensa Caffee Godambaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwatan

Kantiibaa Adaanech Abeebee waliin karoorsinee, waliin hojjennee waliin bu’aa fidneerra jechuun ibsan

AMN PLUS Adoolessa 13/2017 Kantiibaa Adaanech Abeebee ergaa karaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin waliin karoorsinee, waliin hojjennee waliin bu'aa fidneerra jechuun ibsaniiru. Qorannoo raawwii hojii bara 2017 fi marii karoora…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebee waliin karoorsinee, waliin hojjennee waliin bu’aa fidneerra jechuun ibsan

Yaa’iin Mana Maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee muudamoota adda addaa kennuun xumurame

AMN PLUS- Adoolessa 5/2017 Yaa’iin Mana Maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee muudamoota adda addaa keennuun xumurameera. Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aaddee Adaanech Abeebee kaadhimamtoota dhiyeessaniin 1ffaa. Obbo Abdulqaadir Reedwaan Sadaraka Kantiibaa…

Continue ReadingYaa’iin Mana Maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee muudamoota adda addaa kennuun xumurame

Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Komishinii Tuuriziimii Magaalichaa hundeesse

AMN PLUS- Adoolessa 5/2017 Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Komishinii Tuuriziimii kophaati of danda’ee akka hundaa’u yaadaa wixinee dhiyaate raggaaseera. Damee sadii of jalatti qabate kan ture Biiroon Aadaa, Oga-Artii…

Continue ReadingBulchiinsi Magaalaa Finfinnee Komishinii Tuuriziimii Magaalichaa hundeesse

Kantiibaa Adaanech Abeebee sagantaa Televizhinii ‘ Yammisaruu Ijjooch Wag’’ eegalchiisan

AMN PLUS Waxabajjii 28/2017 Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee Ministira Hojiifi Oguummaa Mufariyaat Kaamiil waliin sagantaa Televizhinii ‘ Yammisaruu Ijjooch Wag’’ eegalchiisaniiru. Sagantaa Televizhinii kanas Biiroo Hojiifi Ogummaa…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebee sagantaa Televizhinii ‘ Yammisaruu Ijjooch Wag’’ eegalchiisan

Kantiibaa Adaanech Abeebee sadarkaa raawwiin hojii sosochii guyyoota 90 irra jiru qorachuun kallattii fuula duraa kennan

AMN PLUS Waxabajjii 24/2017 Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee sadarkaa raawwiin hojii sosochii guyyoota 90 irra jiru qorachuun kallattii fuula duraa kennaniiru

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebee sadarkaa raawwiin hojii sosochii guyyoota 90 irra jiru qorachuun kallattii fuula duraa kennan

Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti balaa konkolaataa har’a mudateen lubbuun namoota 9 darbuu Poolisiin Finfinnee beeksiseera

AMN PLUS Waxabajjii 16/2017 Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti balaa konkolaataa har’a mudateen lubbuun namoota 9 darbuu Poolisiin Finfinnee beeksiseera. Poolisiin Magaalichaa AMN Dijitaal Miidiyaatti akka himetti namoota lubbuun…

Continue ReadingMagaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti balaa konkolaataa har’a mudateen lubbuun namoota 9 darbuu Poolisiin Finfinnee beeksiseera

Kalaqni egeree Itoophiyaaf abdii guddaa akka ta’e Obbo Xiraatuu Bayyanaa ibsan

AMN PLU- Waxabajjii 12/2017 ‎Wal dorgommiin Kalaqa Yaada Daldalaa Finfinneetti adeemsifama jira. ‎Wal dorgommichis mata duree " Yaada Kalaqaa Egeree Gaariif " jedhun gaggeeffamaa jira. ‎Sadarkaa Kantiibaa Itti Aanaatti Hogganaan…

Continue ReadingKalaqni egeree Itoophiyaaf abdii guddaa akka ta’e Obbo Xiraatuu Bayyanaa ibsan

Harka namaa ilaaluufi gargaaramummaa dhabamsiisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa akka jiru Hogganaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Finfinnee Obbo Mogos Baalchaa himan

AMN Plus Waxabajjii 10/2017 Biiroon Hojiifi Ogummaa Magaalaa Finfinnee Komishinii Misooma Qonna Magaalaafi Qonnaan Bultootaa Magaalichaa akkasumas Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittii waliin ta'uun lammiilee kanaan dura deeggersa seeft neetii jala…

Continue ReadingHarka namaa ilaaluufi gargaaramummaa dhabamsiisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa akka jiru Hogganaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Finfinnee Obbo Mogos Baalchaa himan