Ergaa Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee
"Kaafamtoonni misoomaa naannoo Kaazaanchis turan har'a galgala kaazaanchisii haaraa misooma koriidariitiin jijjiirame daawwataniiru. Hojii misoomaa arganiin gammaduu isaanii karaan ittiin ibsan immoo hojii itti aanuuf humna nuuf ta'eera. Qaaliiwwan jiraattota…