Hooggantoota Mootummaa Naannoo Oromiyaatiif Leenjiin kennamaa jira
AMN PLUS- Hagayya 15/2017 Dandeettii hooggansaa cimsuuf Hoggantoota Mootummaa Naannoo Oromiyaatiif har'a irraa jalqabee Leenjiin kennamaa jiraachuu Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Kaffaaloo Tafarraa ibsaniiru. Obbo Kaffaaloon…