Yaa’iin Nageenya biyyaalessa Magaalaa Hararitti ta’aamaa jira
AMN PLUS- Adoolessa 28/2017 Yaa’iin Nageenya biyyaalessa 4ffaan mata duree 'Amantiiwwan nagaaf, tokkummaafi walta’insaaf' jedhuun qopheessummaa Mana Maree dhaabbilee Amntoota Itoophiyaatiin Magaalaa Hararitti ta'aamaa jira. Konfiraansicharratti Pirezedaantii Itti Aantuun Naanichaa…