Yaada Moo’ataa qabatanii dhiyaachuun, faayidaa biyyaalessaaf waloon hojjachuun murteessaadha- Obbo Mogas Baalchaa

AMN PLUS – Mudde 7/2018 Waltajjiin Marii Dargaggoota Magaalaa Finfiinnee hirmaachise mata duree "Aadaan Dimokraasii Cimaan Ijaarsa Biyyaaf Utubaadha” jedhuun adeemsifamaa jira. Itti Gaafataan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Finfinnee…

Continue ReadingYaada Moo’ataa qabatanii dhiyaachuun, faayidaa biyyaalessaaf waloon hojjachuun murteessaadha- Obbo Mogas Baalchaa

Naannoo Tigraayitti filannoon haqa qabeessi yoo geggeeffame rakkoon ummataa furama- Paartiin ‘Shuum Tambeen’

AMN PLUS- Muddee 6 /2018 ‎Paartiin siyaasaa 'Shuum Tambeen' yaa’ii dhaabbattumnaa isaa jalqabaa kaleessa adeemsisuu isaa beeksiseera. Shuum Tambeen Adoolessa 23 bara 2017 Boordii Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa irraa beekamtii argate.…

Continue ReadingNaannoo Tigraayitti filannoon haqa qabeessi yoo geggeeffame rakkoon ummataa furama- Paartiin ‘Shuum Tambeen’

“Pirojektoonni gurguddoon Badhaadhina hundagaleessa eegalame milkeessuuf agarsiiftuudha”- Ministira Galiiwwanii aadde Ayinaalem Nugusee

AMN PLUS - Mudde 05/2018 Magaalaa Bishooftuutti waltajjiin marii Uummataa kutaalee hawaasaa garagaraa hirmaachise mata-duree "Misraachoo Gubaa; Injifannoowwan Mootummaa Ida'amuu" jedhuun mari’atamaa jira. Kantiibaan Magaalaa Bishooftuu obbo Alamaayyoo Asaffaa, Mootummaan…

Continue Reading“Pirojektoonni gurguddoon Badhaadhina hundagaleessa eegalame milkeessuuf agarsiiftuudha”- Ministira Galiiwwanii aadde Ayinaalem Nugusee

Geediyoo Magaalaa Diillaatti mariin hawaasaa adeemsifamaa jira.

‎AMN PLUS -Mudde 4/2018 ‎Naannoo Kibba Itoophiyaa Godina Geediyoo Magaalaa Diillaatti mariin hawaasaa Dhimmoota adda addaa irratti xiyyeeffate adeemsifamaa akka jiru ibsame. ‎Marii kana irratti Ministirri Ministeera Geejjibaafi Loojistiksii Alamuu…

Continue ReadingGeediyoo Magaalaa Diillaatti mariin hawaasaa adeemsifamaa jira.

Gargaaramtummaafi kadhaa Zeeroo taasisuun galma keenya- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Mudde 4/2018 Galmoota Pirojektii Zeeroo akka magaalaatti qabamanii jiran keessaa tokko Gargaaramtummaafi kadhaa Zeeroo taasisuu akka ta’e Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ibsan. Har’a ganama Finfinnee,…

Continue ReadingGargaaramtummaafi kadhaa Zeeroo taasisuun galma keenya- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Godina Arsii Lixaa Shaashamanneetti dhimma biyyaa irratti mari’atamaa jira

‎AMN PLUS- Mudde 4/2018 Godina Arsii Lixaa Magaalaa Shaashamanneetti mariin hawaasaa mata duree "Misraachoo Gubaa; Bu'aalee Mootummaa Ida'amuu" jedhuun adeemsifamaa jira. ‎Uummatni Godina Arsii Lixaafi Magaalaa Shaashamannee Misraachoon Gubaa "Dafqa…

Continue ReadingGodina Arsii Lixaa Shaashamanneetti dhimma biyyaa irratti mari’atamaa jira

Filannoon Biyyaalessaa Itoophiyaa Marsaa 7ffaa Caamsaa 24 Bara 2018 adeemsifama- Boordicha

AMN PLUS- Sadaasa 30/2018 Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa filannoo biyyaalessaa marsaa 7ffaa bara kana gaggeeffamu ilaalchisuun Miidiyaaleef ibsa kenneera. ‎Filannoon biyyaalessaa bara kana gaggeeffamu bilisaafi haqa qabeessa akka ta'uuf, paartilee…

Continue ReadingFilannoon Biyyaalessaa Itoophiyaa Marsaa 7ffaa Caamsaa 24 Bara 2018 adeemsifama- Boordicha

Paartiin Diimookiraatawaa Tigraay “Simrat” beekamtii argate

‎AMN PLUS -Sadaasa 30/2018 ‎Paartiin Diimookiraatawaa Tigraay "Simrat" beekamtii waraqaa ragaa Paartii Siyaasaa Naannoo ta'uu dandeessisu argachuu Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa beeksiseera. ‎Boordichi aangoo labsiin kennameefiin, "Simrat" beekamtii waraqaa ragaa…

Continue ReadingPaartiin Diimookiraatawaa Tigraay “Simrat” beekamtii argate

“Itoophiyaa sabdaneetti hunda qixa hirmaachistu ijaaruun, kaayyoo Kabaja Sadaasa 29ti”- Af-yaa’ii Aganyahu Tashaagar

‎AMN PLUS-Sadaasa 29/2018 "Itoophiyaa sabdaneetti hunda qixa hirmaachistu ijaaruun, kaayyoo Kabaja Sadaasa 29ti" jedhan Af-Yaa'iin Mana Maree Federeeshini Aganyahu Tashaagar. ‎Aadaafi duudhaan Sabootni, Sablammootnifi Uummattootni Itoophiyaa qaban waliigaltee diimookiraasiif bu'uura…

Continue Reading“Itoophiyaa sabdaneetti hunda qixa hirmaachistu ijaaruun, kaayyoo Kabaja Sadaasa 29ti”- Af-yaa’ii Aganyahu Tashaagar