Daandiin Qilleensa Itoophiyaa tajaajila soorota balalii irratti kennun ‘Outstanding Food Service by a Carrier- Africa’sagantaa Jarman Hanburgtti adeemsifameen badhaafameera.
Daandiin Qilleensa Itoophiyaa badhaasa gosa lamaan kan ijifate yoo ta’u tajaajila nyaata balallii ‘Outstanding Food Service by a Carrier- Africa’ fi tajaaji balalli irratti kennu‘Cabin Concept of the Year 2025’ ta’uun beekameera
Badhaasni kun Daandiin Qilleensa Itoophiyaa tajaajila kennuun beekamtii kan gonfachiisee fi idil addunyaarratti dargomaa cimaa kan taasisudha jedhamuusaa Daandii Qilleensicharraa odeeffanne.