Diklyaan Raayis Taphataa Cimaa Shaampiyoons Liigii Awurooppaa torbee kanaa ta’uun filatame

You are currently viewing Diklyaan Raayis Taphataa Cimaa Shaampiyoons Liigii Awurooppaa torbee kanaa ta’uun filatame

AMN PLUS- Ebila 3/2017

Morkii tapha Nuusa Xumuraa Marsaa Jalqabaa Chaampiyoonsi Liigii Awurooppaa arsenal fi riyaal maadrid waliin taasiisan irratti Diklyaan Raayis goliiwwan lama Arseenaalif lakkofisisuun ni yaadatama.

Haaluma Kanaan taphataan sarara gidduu Diklyan Raayis taphataa cimaa Shaampiyoons Liigii Awurooppaa torbee kanaa ta’ee jira.

Taphataa Sarara fuul duraa baarseloonaa kan ta’ee Lewaandowiskii dabalate, Baastooni Inter Miilaan irraa Kavartesheliyaa PSG irraa kaadhimamtoota taphataa cimaa Shaampiyoons Liigii Awurooppaa torbee kanaa kessatti filatamun isaani ni yaadatama.

Darajjee Adunyaati gabaase

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply