Doonaald Tiraamp waggaa 25’n booda yeroo jalqabaaf Al-Sharaa waliin Riyaaditti wal argan

You are currently viewing Doonaald Tiraamp waggaa 25’n booda yeroo jalqabaaf Al-Sharaa waliin Riyaaditti wal argan

AMN PLUS Caamsaa 06/2017

Pirezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp waggaa 25’n booda yeroo jalqabaaf Riyaaditti Pirezdaantii yeroo ceehumsaa Siiriyaa Ahimad Al-Sharaa waliin Riyaaditti wal arguusaanii Anaadooluun gabaasera.

Hoggantoonni kunneen A.L.A bara 2000 booda yeroo jalqabaatiif wal argan.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply