AMN PLUS- Guraandhala 8, 2017
Dorgommiin xumuraa moodeelota Afrikaa 5ffaan har’a Finfinnee Addabaabaayii Michummaatti gaggeeffama.
Dorgommiin kun Itoophiyaatti yeroo jalqabaaf kan qophaahe yoo ta’u moodelonni biyyoota Afriikaa 6 xumuraaf gahaniiru.