Fiilmiin āAbbaa Malkaaā Dilbata dhufu eebbifama
AMN PLUS, Guraandhala 13, 2017 Fiilmiin Afaan Oromoo āAbbaa Malkaaā jedhamu Dilbata dhufu Galma Tiyaatira Biyyaalessaatti eebbifama jedhame. Barreessaafi Qopheessaan Fiilmichaa Leencoo Fiqiruun eebba fiilmichaa ilaalchisuun ibsa miidiyaaleef kennaniin, qabiyyeen…