Dr. Abiy Ahimad Finfinneetti Giddugala Soorataa 20ffaa eebbisiisan

You are currently viewing Dr. Abiy Ahimad Finfinneetti Giddugala Soorataa 20ffaa eebbisiisan

AMN Fulbaana 17, 2016:- Ministirri Muummee Dr. Abiy Ahimad Giddugala Soorataa ‘Tasfaa Birahaan’ 20ffaa eebbisiisuun hojii eegalchiisan.

Giddugalichi Kutaa Magaalaa Gullalleetti kan ijaarame dha.

Dr. Abiy ayyaana Masqalaa sababeeffachuun Kantiibaa Adaanech waliin ta’uun lammilee dadhaboof maaddii qoodaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply