Dr. Abiyyi Ahimad Af-yaa’ii Federeeshinii Raashiyaa Vaalentiinaa Matviyeenkoo simatan

You are currently viewing Dr. Abiyyi Ahimad Af-yaa’ii Federeeshinii Raashiyaa Vaalentiinaa Matviyeenkoo simatan

AMN PLUS, Guraandhala 11, 2017

Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiyyi Ahimad Afyaa’ii Mana Maree Federaalaa Federeeshinii Raashiyaa Vaalantiinaa Maatveeyeenkoo fi jila isaanii walin mari’ataniiru.

Dooktar Abiyyi gama miidiya hawaasummaa isaaniin akka ibsanitti,hariiroo Itiyoophiyaa fi Raashiyaa haaromsuuf carraa gaariii uumeera.

Vaalantiinaa Maatveeyeenkoo daawwannaaf Finfinnee galuun isaanii ni yaadatama.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply