Fooramiin Magaalota Itoophiyaa Naannoo Afaar Magaalaa Samaraatti baname

You are currently viewing Fooramiin Magaalota Itoophiyaa Naannoo Afaar Magaalaa Samaraatti baname

AMN PLUS- Sadaasa 6/2018

‎Fooramiin Magaalota Itoophiyaa 10ffaan Naannoo Affaar Magaalaa Samaraa Istaadiyeemii Guddicha Samaraatti eegalame.

‎Baninsa sagantaa kanaa irratti jiraattonni naannicha agarsiisa shubbisa aadaa gosa garaagaa agarsiisaniiru.

‎Fooramiin Magaalota Itoophiyaa bara kanaa “Guddinni Magaalotaa Olka’insa Biyyaaf” Mata duree jedhuun kabajama.

‎Sisaay Dirribaatu Gabaase.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply