Rakkoo nageenyaa Naannoo Oromiyaafi Amaaraatti mul’atu fuuf mootummaan maal hojjetaa jira, haa ibsamu.
Oomishtota bunaa jajjabeessuuf maaltu karoorfame?
Rakkoo dhiheessii galtee omishaa Indaastiriiwwan qaban furuuf maaltu karoorfame?
Galii mootummaa guddisuuf maaltu karoorfame?
Dhaabbileen karoora tarsiimowaa baafachuuf ittiin hojjechuurratti jijjiiramni jiru maal fakkaata ?
Baasii fi galii mootummaa walsimsiisuuf hojii akkamiitu hojjetamaa jira?
Hojiirra oolmaa fooyya’iinsa dinagdee gooroo waliin walqabatee hojiin gama dhiheessii xaa’oon hojjetame fakkeenyummaa waan qabuuf cimee itti fufuu qaba.
Bo’aan karaa seenaan alaa gurguramaa waan jiruuf qaala’iinsa gatii fi jireenyaa babal’isaa jira. Mootummaan rakkoo kana furuuf maal karoorfate?
AMN PLUS- Bitootessa 11/2017