AMN PLUS – Amajjii 10/2017
Jala Bultiin Ayyaana Cuuphaa (Kataraan) bara 2017 Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti sirna hoo’aa ta’een kabajamuu eegaleera.
Ayyaanichi bifa dammaqina qabuun kabajamaa kan jiru yoo ta’u, taabonni bataskaanoota adda addaa waliitti dhufuun Abbootii Amantaa, luboota, hayyootaa amantaa fi hordoftoota amantichaan dabalamuun bakka qulqullummaa isaanii irraa gara bakka iddoo bulmaata taabootaatti imalaa jiruu.
Kaasiyyee Maanguddaatu gabaase