Guyyaan Cichoominaa Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinneetti kabajame.

You are currently viewing Guyyaan Cichoominaa Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinneetti kabajame.

AMN PLUS – Qaammee 1/2017

Qaammeen 1 Guyyaan Cichoominaa Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinneetti kabajame.

‎Kabaja Guyyichaarratti miseensonni Raayyaa Ittisa Biyyaa, Poolisii Federaalaa, Poolisii Magaalaa Finfinneefi misernsonni Kabachiisa Dambii Magaalaatti hirmaataniiru.

‎Hooggantuun Biiroo Bulchiinsa Nageenyaafi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee Aadde Liidiyaa Girmaa bakka argamanitti guyyaa Cichoominaa kana sababeffachuun sirni faaruu Biyyaalessaa fi alaabaa mirmirsuu gaggeeffameera.

‎Guddataa Ajjamaatu gabaase.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply