Hoggantoonni fi miseensonni Mana Maree waloo Paartilee Siyaasaa Giddugala Konveenshinii Idil-addunyaa Addis daawwatan

You are currently viewing Hoggantoonni fi miseensonni Mana Maree waloo Paartilee Siyaasaa Giddugala Konveenshinii Idil-addunyaa Addis daawwatan

AMN PLUS Guraandhala 24/2017

Hoggantoonni fi Miseensonni Mana Maree waloo Paartilee Siyaasaa fi bakka bu’ooni waldaalee hawaasaa garagaraa Giddugala Konveenshinii Idil-addunyaa Addis daawwataniiru.

Giddugalichi sadarkaa isaa eegee kan hojjetame ta’uun isaa kan isaan gammachiise akka ta’e Hoggantoonni Mana Maree Garee Paartilee Siyaasaa ibsaniiru.

Fuldurattis hojii mootummaa biyya fayyadu hojjettu waliin dhaabbachuun akka hojjetan yeroo daawwanaa isanii akka dubbatan oddeffannoon Waajjira Kantiibaa Bulchiinsaa Magaalaa Finfinneerra argame ni mul’isa

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply