Hoggantootni Paartii Badhaadhinaa Olaanoon Hojiilee Misoomaafi namoomarratti xiyyeeffatamuun Magaalaa Finfinneetti hojjataman daawwachaa jiru.

You are currently viewing Hoggantootni Paartii Badhaadhinaa Olaanoon Hojiilee Misoomaafi namoomarratti xiyyeeffatamuun Magaalaa Finfinneetti hojjataman daawwachaa jiru.

‎Giddu Gala Haaroomsaafi Ga’omsa Ogummaa Dubartootaa Lanagewaa,Mana Barnootaa Bultii Addaa Qaroo Dhabeeyyii Aqaaqii,Manneen Waliin jireenyaa Qindaa’a Galan Gurraa daawwataniiru.

‎Jillicha hojiilee Magaalaattiitti hojjataman daawwachiisaa kan jiran Itti Gaafatamaan Waajjira Kantiibaa fi Dhimmoota Kaabinee Obbo Xilaahun Warquu yoo ta’an,Ministirri Ministeera Raayyaa Injinar Ayishaa Mahaammad,Kantiiban Magaalaa Dirree Dawaa Obbo Kadir Juwaar dabalatee hooggantootniifi miseensonni Paartii Badhaadhinaa Naannoolee adda addaa daawwannicharratti argamaniiru

‎Guddataa Ajjamaatu Gabaase

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply