Humni Qilleensaa Itoophiyaa qabiyyeewwan Al-shabaab Somaaliyaa keessatti argamu haleele

You are currently viewing Humni Qilleensaa Itoophiyaa qabiyyeewwan Al-shabaab Somaaliyaa keessatti argamu haleele

AMN PLUS, Guraandhala 28, 2017

Humni Qilleensaa Itoophiyaa qabiyyeewwan Al-shabaab Somaaliyaa Naannoo Giddugaleessa Shabalee keessatti argamu irratti haleellaa raawwachuu Mootummaan Somaaliyaa hime.

Ministirri Raayyaa Ittisaa Somaaliyaa Abdilqaadir Mohaammad Nuur ibsa kennaniin haleellaan misaa’elaa humna qilleensaa Itoophiyaan buufataalee Al-shabaab irratti raawwatame tumsaafi beekamtii mootummaa Somaaliyaan ta’uu mirkaneessaniiru.

Akkaataa waliigaltee Ankaaraatiin tumsi nagaafi tasgabbii daangaa biyyoota lameenii cimsuuf eegalame bu’aa argamsiisaa jiraachuus eeruu Garoe Online gabaaseera.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply