Itoophiyaan damee qonnaan fayyadamummaa dargaggootaa giddu galeessa godhattee hojjetaa akka jirtu ibsame

You are currently viewing Itoophiyaan damee qonnaan fayyadamummaa dargaggootaa giddu galeessa godhattee hojjetaa akka jirtu ibsame

AMN PLUS Adoolessa 20/2017

Itoophiyaan damee qonnaan fayyadamummaa dargaggootaa giddu galeessa godhattee hojjetaa akka jirtu Ministirri Dhimma Dubartootaafi Hawaasummaa Ergoogee Tasfaayee(Dr.) ibsan

Yaa’iin Sirna Nyaataa 2ffaa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii Finfinneetti ta’aamuu eegaleera.

Waltajjiin marii qaama yaa’ichaa ta’e mata duree gahee dargaggoonni jijjiirama, kalaqaafi gahumsa sirna nyaataa itti fufiinsa qabu keessatti qaban jedhuun ta’aamaa jira.

Ministirri Dhimma Dubartootaafi Hawaasummaa Ergoogee Tasfaayee(Dr.) Itoophiyaan Damee qonnaan wabii nyaataa mirkaneessaa akkasumas carraa hojii uumaa jirti jechuun ibsaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply