Itoophiyaatti qulqullina hojiif xiyyeeffannoon kennameera- Kaasaahuun Goofee (PhD)

You are currently viewing Itoophiyaatti qulqullina hojiif xiyyeeffannoon kennameera- Kaasaahuun Goofee (PhD)

AMN PLUS- Sadaasa 11/2018

Itoophiyaan dameelee garaagaraan dorgomtuu akka taatuuf hojii qulqullinaaf xiyyeeffannoon kennamuu Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Kaasaahuun Goofee (PhD) ibsaniiru.

Torbeen qulqullinaa Addunyaa 14ffaa Mandara Qulquliinaatti kabajamaa jiru irratti dhaabbiileen mirkaneessa ragaa kennameef 150 hirmaachaa jiru.

“Oomishuu qofti gahaa miti” kan jedhan Ministirichi oomishaaleef sadarkaan qulqullinaa madaallii ta’uu ibsaniiru.

Torbeen Qulqullinaa kun Sadaasa 11 haga Sadaasa 14 Bara2018 tti kan kabajamu yoo ta’u qaamooleen dhimmi ilaallatu akka hirmaatan eegama.

Kaasaahun Andu’aalamtu gabaase

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply