Kantiibaa Adaanech Abeebee barsiisota magaalaa Finfinnee waliin mari’atan

You are currently viewing Kantiibaa Adaanech Abeebee barsiisota magaalaa Finfinnee waliin mari’atan

AMN PLUS Caamsaa 18/2017

Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ergaa karaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin mata duree ‘Dhaloonni barsiisotaan qarama, biyyi barnootaan badhaadha’ jedhuun barsiisota magaalaa Finfinnee waliin waltajjii marii xumuraa adeemsifneerra jedhan.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply