Kantiibaa Adaanech Abeebee ergaa karaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaninii biyyattiitti kan jalqabaafi adda kan ta’e ‘Meedikaal Pilaazaa Beetesaayidaa Ameerikaa’ eebbisnee tajaajila eegalchiisuu himan.

Tajaajila waldhaansaa gahumsa qabu kan kennu giddu galli waldhaansaa kun doolaara miiliyoona 25 yookiin birrii biiliyoona 3.5 oliin ijaaramuu himan.
‘Meedikaal Pilaazaa Beetesaayidaa Ameerikaa’ eebbisanee tajaajila eegalchiisuu keenyaan gammachuutu natti dhagahama jedhan.