AMN PLUS- Amajjii 19/2017
Har’a ganama naannawa sa’aatii 4:38 kirkirri lafaa maaginiitiyuudii 4.9’n galmaa’e Awaashitti mudachuun hollannaan isaa Finfinneetti dhaga’ame.
Kirkirri lafaa torban kana tasgabbaa’ee ture har’as deebi’ee dhagahameera.