Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ergaa karaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin Magaalaan Finfinnee Afriikaa keessaa daa’imman guddisuuf magaalaa filatamtuu akka taatuuf hojjetamaa jira jedhan.
Magaalaan Finfinnee daa’imman guddisuuf Afriikaa keessaa magaalaa filatamtuu akka taatuuf hojjetamaa jiraachuu Aadde Adaanech Abeebee ibsan
