Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) Godina Harargee Bahaatti argamuun hojiilee misooma Qamadii Bonaa daawwatan

You are currently viewing Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) Godina Harargee Bahaatti argamuun hojiilee misooma Qamadii Bonaa daawwatan

AMN PLUS- Bitootessa 2/2017

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) Godina Harargee Bahaatti argamuun hojiilee misooma Qamadii Bonaa daawwataniiru.

Ergaa marsaa hawaasaa isaan irratti dabarsaniin yoo cimnee hojjannee, yoo naannoo keenya ilaaluu dandeenye Itoophiyaan gargaaramuu bira darbitee kan biraa gargaaruu dandeessi jedhaniiru.

Hojiin akkasii cimee akka itti fufus dhaamaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply