Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) ji’a Waxabajjiifi Adoolessaa bara 2017 walitti fufiinsaa raawwii imaammata biyyaalessaa ijoo, haaromsa dinagdee, fi dippilomaasii tarsiimoo naannoo fi idil-addunyaa irratti xiyyeeffachuun hojiiwwan gurguddoo raawwataniiru

You are currently viewing Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) ji’a Waxabajjiifi Adoolessaa bara 2017 walitti fufiinsaa raawwii imaammata biyyaalessaa ijoo, haaromsa dinagdee, fi dippilomaasii tarsiimoo naannoo fi idil-addunyaa irratti xiyyeeffachuun hojiiwwan gurguddoo raawwataniiru

AMN PLUS- Adoolessa 26/ 2017

Hojiiwwan Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) biyya keessaa raawwatan keessaa raawwii karoora bara 2017 ilaalchisee gaaffilee miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataarraa ka’aniif deebii bal’aa fi ibsa kennaniiru.

Sadarkaa idil-addunyaatti, Ministirri Muummee yaa’ii BRICS 17ffaa irratti hirmaachuu isaaniitiin, walta’iinsa tarsiimoo gaarii hoggantoota addunyaa waliin taasisaniin, maqaa Itoophiyaa ol kaasaniiru.

Itoophiyaan guyyoota sadan dhufan magalaalaa Finfinneetti Yaa’ii 2ffaa Sirna Nyaataa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii waloon milkaa’inaan kan qopheessite yoo ta’u Misitirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) yaa’icharratti haasaa tasisaniin waabii nyaataa akka biyyaatti mirkaneessuuf hojiileen heddurratti xiyyeeffannon hojjetanuu kaasaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply