AMN- Sadaasa 29/2017
Naannoon Giddu-galeessa Ityoophiyaa guyyaa saboota, sablammootaa fi ummattoota Itoophiyaa 20ffaa akka qopheessu murtaa’eera.
Guyyaan Saboota, Sab-lammootaa fi Ummattoota Itiyoophiyaa 19ffaan magaalaa Arbaaminci bakka Muummichi Ministeeraa Abiyyi Ahmad (Dr) argamanitti kabajameera.
Oduu wal-qabateen naannoon Kibba Ityoophiyaa Waancaa Hidha Haaromsa Itoophiyaa Guddichaa bara darbe keessummeessite Naannoo Somaalee irraa fudhateeti.