Obbo Geetaachoo Raddaa Gorsaa Dhimma Afrikaa Bahaa ta’anii muudaman

You are currently viewing Obbo Geetaachoo Raddaa Gorsaa Dhimma Afrikaa Bahaa ta’anii muudaman

AMN PLUS- Ebila 3/2017

Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad(Dr.), guyyaa har’aa Eebla 03/2017 irraa eegalanii Obbo Geetaachoo Raddaa, Gorsaa Ministira Dhimmoota Afrikaa Bahaa gochuun muuduu isaanii odeeffannoon waajjira mMinisteera Muummee irraa argame ni mul’isa.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply