AMN PLUS – Amajjii 10/2017
Ayyaanni Cuuphaa hawwata tuuriziimii biyya keenyaa ta’uu irra darbee tokkummaa uummattootaa cimsuu keessatti gumaacha ol-aanaa kan qabu hirmaattonni Ayyaanichaa AMNiif yaada kennan dubbatan.
Ayyaanni Kataraa bara 2017 Magaalaa Finfinnee Naannoo Isxifaanositti bifa ho’aa ta’een qabajamaa jira.

Ayyaana Kataraa Naannoo Isxifaanositti kabajamaa jiru kana irratti Tuuristoonni biyyoota gara garaa irraa dhufan, hordoftoonni Amantaa gara garaa fi hordoftoonni Amantichaa bifa hawwataa ta’een kabajaa jiraachuu AMN PLUS daawwatee jira.
Geetaahun Katamaatu Gabaase