Paalaas Liivarpuuliin injifachuun Waancaa Komiiniitii Shiildii milkeesse

You are currently viewing Paalaas Liivarpuuliin injifachuun Waancaa Komiiniitii Shiildii milkeesse

AMN PLUS- Hagayya 04/2017

Kiristaal Paalaas Liivarpuuliin injifachuun Waancaa Komiiniitii Shiildii bara 2025 kaase.

Taphni injifataa Piriimiyerliigii Ingilaandiifi injifataa Waancaa FA Ingilaandi walitti fidu kun barri dorgommii haaraa eegaluuf torbeen tokko yoo hafu geggeeffama.

Tapha har’aan gareewwan lameen Daqiiqaa 90 guutuu 2 qixaan xumuruun rukuttaa adda baastuun Paalaas goolii 3-2’n injifatee abbaa waancaa ta’eera.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply