Fooramiin Biiznasii Afrikaa 8ffaan Finfinneetti gaggeeffamu eegale

You are currently viewing Fooramiin Biiznasii Afrikaa 8ffaan Finfinneetti gaggeeffamu eegale

AMN PLUS, Guraandhala 10, 2017 Fooramiin Biiznasii Afrikaa 8ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.

Fooramicharratti Pireezidaantii FDRI Taayyee Atsiqasillaasee dabalatee qooda fudhattoonni Damee dhuunfaa, Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraa, Dhaabbiilee Faayinaasii fi Bakka Butoonni dhaabbilee Siivilii hirmaachaa jiraachuun ibsameera.

Fooramichi Beeyladoota Dhaabbii Afrikaa, Indaastiriwwan, Qonnaa fi Qorichaalee akkasumas dame walitti hidhamiinsa Daldalaa fi misooma Zoonii Diinagdee Addaarratti kan xiyyeeffate ta’uun eerameera.

waltajjicharratti Itoophiyaa dabalatee biyyoonni garaagaraa muxannoo isaanii qooduun, carraa fuulduraa fi qormaatiilee mudachuu danda’anirratti mari’achaa jiraachuun eerameera. FMC

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply