Pireezidaanti Taayyeen Pireezidaantii Yaa’ii Waliigalaa Mootummoota Gamtoomanii waliin mari’atan

You are currently viewing Pireezidaanti Taayyeen Pireezidaantii Yaa’ii Waliigalaa Mootummoota Gamtoomanii waliin mari’atan

AMN PLUS, Guraandhala 8, 2017

Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Pireezidaantii Yaa’ii Waliigalaa Mootummoota Gamtoomanii Faayilemaan Yaanigiin waliin mari’ataniiru.

Pireezidaanti Taayyeen, Hoggantoota Olaanoo Mootummoota Gamtoomanii waliin marii bu’a qabeessa gaggeessuu ibsaniiru.

Pireezidaantii Yaa’ii Waliigalaa Mootummoota Gamtoomanii waliin dhimma Afrikaan Mana Maree Nageenyaa keessatti bakka bu’uummaa argaachuu qabdirratti yaada waljijjiraniiru.

Barreesaa Olaanaa Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez waliin dhimmoota biyyaalessaa, Naannawaa fi idil Addunyaarratti mari’achuu ibsaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply