AMN Plus – Onkoloolessa 17/2018
Waggoota 42 oliif Kaameruun kan bulchan Pirezidaantiin umrii 92 Paawol Biyaan Filannoo Kaameruun injifatan.
Biyaan bara 1982 eegaluun Kaameruun bulchaa turuun ammas waggoota dabalataaf waajjira turu jedhame.
Manni Maree Heera biyyattii Pirezidaanti Biyaan sagalee %53 ol argachuu beeksisuu Aljaziiraan gabaaseera.