
AMN PLUS- Amajjii 4/ 2017
Sirni awwaalcha Gameessa Siyaasaa fi Ogeessa Diinagdee Obbo Bulchaa Dammaqsaa Bakka Awwaalchaa Pheexiroos Waphaawuloositti raawwateera.
Maatii, firoottaan, Hoggantoonni Mootummaa fi kutaaleen hawaasaa garaagaraa bakka argamanitti raawwateera.
Obbo Bulchaan Mudde 27, 2017 hanga Addunyaa kanarraa du’aan boqotanitti qabsoo siyaasaa karaa nagaan gaggeessuun gumaacha olaanaa taasisaniiru.
Obbo Bulchaan beekumsaa fi ogummaa qabaniin biyya isaanii murannoon tajaajilaa turuun Mudde 27, 2017 dhalatanii umrii waggaa 94ffaa isaanitti addunyaa kanarraa darbaniiru.

All reactions:
94Abate Feyissa and 93 others